1 John 5:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugaan inni baye tana: Waaqi jiruu bara baraa nu'uuf kenneera, jiruun tun Ilma isaa keessa jirti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugaleeni tana: Waaqi ya jireenna hegeri nuu kenne, jireenni kunini Ilma isaa keesa jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ya jireenna hegerii nuu kenne, jireennii kuniin Ilma isaa keessa jiraa, dhugaalleen tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi jireenna bara baraa akka nuu kenne; jireenni kunillee, ilma isaa keessa akka jiru ragaan kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi jireenna bara baraa akka nuu kenne; jireenni kunillee, ilma isaa keessa akka jiru ragaan kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ragummaan isaa'llee Waaqinni jireenna bara baraa akka kennee fi jireenni kun'llee Ilma isaatiin akka jiru, ka ragaa bayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaan inni baye tana: Waaqi jiruu bara baraa nu'uuf kenneera, jiruun tun Ilma isaa keessa jirti.