1 John 5:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Ilma Waaqaa qabu jiruu qaba; nami Ilma Waaqaa hin qanne jiruu hin qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Ilma qabu ch'ufti jireenna kana inqaba; nami Ilma Waaqa inqamne jireennale inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Ilma Waaqaa qabu cuftii jireenna kana inqaba; namii Ilma Waaqaa hinqamne jireennaallee hinqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ilma Rabbii qabu jireenna qaba. Namni Ilma Rabbii hin qabne ammo jireenna hin qabu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni ilma Rabbii qabu, jireenna qaba. Namni Ilma Rabbii hin qabne jireenna hin qabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka Ilma Waaqaa qabu jireenna ni qaba. Ilma Waaqaa ka hin qabnne garuu, jireenna hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Ilma Waaqaa qabu jiruu qaba; nami Ilma Waaqaa hin qanne jiruu hin qabu.