1 John 5:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa dura dhikaatiisaaf ifi-addiin nuuti qannu tana: waan mara akka fedha isaa yoo isa gaafanne inni nu hin dhage'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi nu fuula Waaqa durati insodaannu; nu abdi qamna aka waan nu feenu ch'ufa inni nuu kennu, yo nu fed'i isaa gula kad'anne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif nu fuula Waaqaa duraatti hinsodaannu; nu akka Waaqii waan nu feennu cufa, yo nu akka feedhii isaa gula kadhane nuu kennu abdii qamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waa maraa akka fedha isaatitti yoo kadhanne, Inni nuu dhagaya. Uggi nu isa biratti qabnullee kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waa maraa akka fedha isaatitti yoo kadhanne, Inni nu dhagaya. Uggi nu isa biratti qabnullee kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waanuma kamiinuu akka fedha isaa titti yoo kadhanne, akka nuuf dhagayu ni abiddanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa dura dhikaatiisaaf ifi-addiin nuuti qannu tana: waan mara akka fedha isaa yoo isa gaafanne inni nu hin dhage'a.