1 John 5:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoolleen Waaqaa cubbuu hujaa hin teettu; Ilmi Waaqaa waan isaan tissuuf Hamaalessi isaan miidhu'uuf hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu imbeenna aka ijoolleeni Waaqaa daba hojja ch'ufa intolchine wonti akanatiifi Ilma Waaqati isi qorqorata aka hamaani kaani dandae woma isi intolchine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka ijoolleen Waaqaa yo cufa cubbuu inhojjanne inbeenna; wantii akkanaatiif akka hamaan kaan danda'ee homaa hintolchinee, Ilma Waaqaatti isii qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbiin irraa dhalate maruu cubbuu hin hojjatu. Ilmi Rabbii waan isa tissuuf, hammeennillee isa miidhuu akka hin dandeenne hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Rabbiin irraa dhalate maruu, cubbuu hin hojjatu. Ilmi Rabbii waan isa tissuuf, hammeennillee isa miidhuu akka hin dandeenne hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma Waaqaa Yesus Kristos waan isa eeguuf Ilma Waaqaa ka ta'e marrinuu, cubbuu akka hin hojjanne ni beekinna, Sheexanni'llee isa hin tuquun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen Waaqaa cubbuu hujaa hin teettu; Ilmi Waaqaa waan isaan tissuuf hamaalessi isaan miidhu'uuf hin dande'u.