1 John 5:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa yennaa jaallannuu fi ajaja isaatiif ajajannu, ijoolle Waaqaa jaallachuu keenna tanaan beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani aka nu ijoolle Waaqaa jaalannu beenna: yo Waaqa jaalanne seera isaa guunne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaan akka nu ijoollee Waaqaa jaalannu beenna: yo Waaqaa jaalannee seera isaa guunna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin yoo jaalanne, ajaja isaa yoo raawwanne, ijoollee Rabbiillee akka jaalannu kanaan beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiin yoo jaalanne, ajaja isaa yoo raawwanne, ijoollee Rabbiillee akka jaalannu kanaan beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoollee Waaqaa ka jaalannu ta'uu keenna ka beekinnu, Waaqa yoo jaalannee fi ajajoota isaa'llee yoo raawwanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa yennaa jaalannuu fi ajaja isaatiif ajajannu, ijoollee Waaqaa jaalachuu keenna tanaan beenna.