1 John 5:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoolle tiyya, waaqota daraameyyii irra ifi eeggadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolle tiyya, waaqoota d'ara lagad'a!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ijoollee tiyya, waaqoota dharaa lagadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee tiyya! waaqolee tolfamaa irraa uf eegaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoollee tiyya, Waaqoollee tolfamaa irraa uf eegaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa ijoolle! waaqolee harkaan hojjataman waaqeffachuu irraa, mataa keessan eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoollee tiyya, waaqota dharaameyyii irraa ifi eeggadha'a!