1 John 5:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille nami Ilma Waaqaa te'e maraa biyya lafaa hin injifata. Hunni nuuti ittiin biyya lafaa injifannu tunille, dhugeeffannaa teenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan ijoolleeni Waaqaa ch'ufti lafa dabsachu dandeetuufi. Akanaani lafa dabsanna: d'ugefacha teennaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan ijoolleen Waaqaa cuftii lafa dabsachuu dandeetuuf. Dhugeeffachaa teennaan lafa dabsanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Rabbiin irraa dhalate maruu adunyaa hin injifata; adunyaallee ka injifatu amantii keenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Rabbiin irraa dhalate maruu, adunyaa hin injifata, adunyaallee ka injifatu amantii keenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma Waaqaa ka ta'e marrinuu biyya lafaa ni injifata, biyya lafaa ka injifannu'llee amantii keennaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille nami Ilma Waaqaa te'e maraa biyya lafaa hin injifata. Hunni nuuti ittiin biyya lafaa injifannu tunille, dhugeeffannaa teenna.