1 John 5:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugaa baatoti sadi jiran;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uga saditi jira,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wa sadiitti dhugaa hima,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni dhuga'a; ka ragullee Ayyaana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni dhuga'a, ka ragullee Ayyaana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ragoonni sadihii ni jiran,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa baatoti sad jiran;