1 John 5:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti dhugaa baya namaa hin dhugeeffanna; dhugaa bayiisi Waaqaa ammoo, tana caalti. Dhugaan Waaqaa tun ta inni Ilma ifiitiif dhugaa baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu d'uga nami dubbatu ind'ugefanna; ta Waaqi jed'u hagasi ira jabduu, ammalle d'ugaani, inni waan Ilma isaa ya d'ugeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu dhugaa namii dubbatuu indhugeeffannaa, ta Waaqii jedhu ammoo hagasi irra jabduu, ammallee innii dhugaan waan Ilma ufii ya dhugeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ragaa namaa hin fudhanna. Ragaan Rabbii ammo kana caala. Ragaan Rabbii tun ta inni ilma ufiitii ragaa baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ragaa namaa hin fudhanna. Ragaan Rabbii ammoo kana caala. Ragaan Rabbii tun ta inni ilma ufiitii ragaa baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ragummaa namoonni kennan ni fudhanna, ragummaan Waaqaa garuu mara irraa ni caala. Waaqinni ragummaan waayee Ilma isaatiif kenne'llee kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti dhugaa baya namaa hin dhugeeffanna; dhugaa bayiisi Waaqaa ammoo, tana caalti. Dhugaan Waaqaa tun ta inni Ilma ifiitiif dhugaa baye.