1 Kings 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ato atini teete dubbi suni isati himtu anileeni d'ufe dubbi tante d'ugeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa ati waan kana mooti'itti dubbattu ani si duubaan seenee wonti ati dubbattu akka raawwatamu godha.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo ati mooticha Daawiti woliin dubbatiisatti jirtuu, ani dhufee wonni ati dubbatte dhugaa akka teete hin mirkaneessa» jedhe.