1 Kings 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bathshebani d'ufte isa durati gadi jette jennaani inni waan jed'eeni, Atini maani feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beersaabeehi gad jettee mooticha nagaya gaafatte; mootichi garuu «Maal akka sii godhu feeta?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baat-Sheebaan mooticha duratti jilbiiffattee, fuulaan lafatti gad gombifante; innille, «Ati maan barbaadda?» jedhee gaafate.