1 Kings 1:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee hayyichi, waan kana ch'ufa d'uguma siti tolche, ka nama hayyuma siraa fuud'u hojattu tante tokoleti inhimini?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugamaan wonti kun mootii gooftaa kiyya biraa ta'ee? garbichi kee siin maayessa teessoo mootii gooftaa isaa irra akka taa'u sitti hin himnee?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun waan ati goottaan kiyya mootichi gootee ree? Ati nama si'iin duuba addee teetitti mootii te'u, ka barcumaa mootumma'aa keeti irralle tee'u, tajaajiltoota teetitti hin hinnee?» jedhe.