1 Kings 1:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Daudini waan jed'eeni, Beeni, Bathsheba gayyaami, duuba isiini d'ufte isa dura ejite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti, «Beersaabeehiin naa waamaa'a!» jedhe; isiin gara mootichaa ol seentee isa afoo dhaabatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Daawiti, «Deebitee akka dhuttu Baat-Sheebaa naaf waama'a» jedhe; maarre isiin ol seentee mooticha dura dhaabbatte.