1 Kings 1:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan isiini jed'e, Anini maqa AABBO Waaqa, ka gaargala ch'ufa keesaa na baaseni kakhad'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi maqaa Rabbii jiraataa lubbuu tiyya hambiseen kakadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi kakatee, «Maqaa Mootii Waan Maraa jiraata'aa, ka rakkoo mara jalaa na baasee,