1 Kings 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Israeli ch'ufa keesa nama ergani, dubra mimid'aadu barbaadani, lafa Shunami keesati intala toko ta Abishagi jed'ani argani hayyuutini d'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Israa'elii maraa keessa mucattii guddiftee bareeddu soqanii Abiishaagii gosa Suunaamii arganii mooticha bira fidan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan lafa Israa'elii duudii keessa, durra dansittii barbaadanee, intala «Abiishaag» jedhantu takka qachaa Shuneemiititti dhagganee, mootichaaf fidane.