1 Kings 1:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Daudini Sadokifi Nathanifi Benaiya nama iti erge yaame. Worri d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Daawiti, «Saadooqii gadicha, Naataanii raattichaa fi Banayaasii ilma Yoodaahe'ee naa waamaa'a» jedhe; isaanillee gara mootichaa seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Daawiti, «Hayyicha Zaadoq, raagicha Naataanii fi Benaayaa ilma Yehoyaada'aa naaf waama'a» jedhe. Yennaa isaan mooticha dura dhufane,