1 Kings 1:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja inni barch'uma kiyya ka hayyuma ira teesuma gadeebule gula yaa. Inni fulla tiyya hayyu taha, wonti akanatiifi inni nama anini fohad'e ka Yudafi Israeli fidu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa marsa'aa deemaa'a, inni dhufee teessoo kiyya irra haa taa'uu; bayaa'a inni garuu dhufee teessoo kiyya irra haa taa'uu bikka kiyya haa mooyuu, inni akka worra Israa'eliitii fi worra Yihuuda'aa irratti moowu ajajeera» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isin isa gara Yerusaalemii fida'aatii, inni dhufee, barcumaa mootumma'aa kiyya irra tee'ee, addee tiyyatti mootii te'ee bulchuu ti. Ani akka inni bulchaa Israa'eliitii fi Yihuda'aa te'u isa filadheera» jedhe.