1 Kings 1:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Benaiyani waan jed'eeni, Hayye ha tatuuti, AABBO Waaqi kanke guutinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banayaas ilmi Yoodaahe'ee mootichaan, «Waan kana Rabbi Waandhi kee haa raawwatu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Yehoyaada'aa Benaayaan, deebisee mooticha Daawitiin, «Ameen! Mootiin Waan Maraa Waaqi goottaa kiyya mootichaa waan kana muummessuu ti.