1 Kings 1:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma AABBO Waaqi si eebise, ee hayyicha, inni ha Solomonile eebise hayyuma isaa tantele ira jabeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkuma mooticha gooftaa kiyya woliin ture, akkasuma Solomooniin woliinillee haa ta'u, mootummaan isaa mootummaa Daawitii haa caalu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma si goottaa kiyya mooticha woliin jiraate, Solomoon wolille'een jiraatuu ti; barcumaa mootummaa isaalle barcumaa mootumma'aa ka si goottaa kiyya mooticha Daawitii caaluuyyuu jabeessuu ti» jedhe.