1 Kings 1:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti Sadokini d'ad'a buuda keesa jiru, ka inni Waaro Woyyuma keesa d'ufeenini muude. Jennaani magalata d'aani, nami ch'ufti, lubbuuni hayyu Solomoni ha d'eeratu jed'e lalabe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saadooqiin gadichi buuchoo daasee keessaa fuudhee Solomooniin muudee xurumbaa afuufe, baniin maruu «Solomoon woggaa dheeraa haa jiraatu!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi Zaadoq gaafa zayitiin ejersaa keessa jirtu Dunkaanii Woyyittii keessaa fuudhee, Solomoon muude; achiin duuba isaan tultullaa afuufanee, kolbaan marti qoonqoo ol qabattee, «Mooticha Solomoon, mootom!» jette.