1 Kings 1:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba isa gula yaani fulludo d'aani, lalabani gammadani, lafa chochoosani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu isa faanaa bayanii sirba sirba'aa guddisanii gammadan; isaan waan guddisanii woca'aa sirbaniif lafti sochoote.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marti Yerusaalem keessatti isa gula deemaa, suusullee afuufaa, gammada gudda'aan firinxiixanee, hogaa isaaniitiin latti tachoote.