1 Kings 1:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Adoniafi worri inni yaame kaani, ato gololfachu jiranu lalaba kaani d'agayani Yoabuni lalaba suni d'agaye jennaani waan jed'e, Iyyanti dira keesa d'ufti tunini maani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adooniyaasii fi namoonni inni haa waa nyaatani'iif waame maruu haga waa nyaatanii fixan hin dhagayan; Iyyoo'aab haga laagaa xurumba'aa dhagaye; «laagaan wocaa ka qachaa tana keessaa dhagayamu maali'i?» jedhee gaafate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoniya'aa fi keessummooti isa woliin jirtu marti, jila muummeffatiisatti adoo jiranuu hogaa dhage'ane. Yo'aab qoonqoo tultulla'aa yennaa dhage'e, «Hogaan qachaa keessaa kun marti maan?» jedhee gaafate.