1 Kings 1:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni dubbachu jiru, Yonathanini, ilmi qaallicha Abiathari, gad'ufe jennaani Adoniani waan jed'eeni, Kooti olseeni, nami dansaani aka keeti kunini silaaftu odu dansa ind'abu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma inni kana dubbata'aaru Yoonaataan ilmi Abiyaatarii gadichaa dhufe; Adooniyaas, «Ati nama waan mishaa namatti himu waan taateef ol seeni» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo inni tana dubbatiisatti jiruu ilmi Abiyaataarii hayyichaa Yonaataan dhufe; Adoniyaan Yonaataaniin, «Ati nama dansaa waan teeteef, oduu dansaa fiddee dhufuu hin dhaddu, ol seen me!» jedhe.