1 Kings 1:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni yayu Sadokifi Nathanifi Benaiyafi askarti hayyu eeddu isa gula erge worri gaange hayyuu isa yaabachiise,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi isa woliin, Saadooqii gadicha Yoonaataa raatticha, Banayaasii ilma Yoodaahe'ee, worra Kaliitotaatii fi worra Faliitotaa erge; isaanillee Solomooniin gaangee mootichaa yaabbisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille hayyicha Zaadoq, raagicha Naataan, Benaayaa ilma Yehoyaada'aa, worra mooticha eeganu Keretootaatii fi Pheletoota akka isa bookarsanuuf ergeera; isaanille gaangee mootichaa irra isa teessisanee,