1 Kings 1:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana malele jari hayyu hojatu, hayyicha Dauditi olduude, nagaya fuud'e eebiseefi waan jed'e, Waaqi kanke ha Solomoni sira gurra baafachise hayyuma isaale tante iraa guddisuti. Jennaani hayyu Daudini sire isaa irati gajed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboonni mootichaa gara Daawitii seenanii, ‹Rabbi maqaa Solomoonii maqaa kee caalaa, mootummaa isaallee mootummaa kee haa caalchu!› jedhanii mootii gooftaa keenna Daawitiin eebbisan; mootichi siree irraa gad jedhee sagade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti mootumma'aalle gammadaaf, gara mooticha Daawitii dhuttee, ‹Waaqi keeti maqaa Solomoonii maqaa keeti caalaa ka beekkame, mootummaa isaalle mootummaa teeti caalaa ta jabaatte godhuu ti› jetteerti; mootichi Daawitille taqee ifii irratti gad gombifamee Waaqa waaqonfatiisaan,