1 Kings 1:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa kad'ate waan jed'e, Koota, AABBO Waaqa keenna ka Israeli faarsina, ka arra ilmaani tiyya keesa nama toko fulla tiyya hayyu tolche, nale lubbu bulche, waan kana na garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi, ‹Uduu ani lubbu'uun jiru Rabbi Waandhi Israa'elii ka adha mootummaa kiyya dhaalu naa kenne galanni haa gawu!› » jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Sanyii tiyya keessaa nama addee tiyyatti mootii te'ee, barcumaa mootumma'aa kiyya irra tee'u, Ka adha ila tiyyaan na dhaggisiise, Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii leellifamuu ti!› jedheera» jedhe.