1 Kings 1:52 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini waan jed'e, Yo inni d'eete wollaala ufi iraa deebie, wonti tokoleeni ta isa tolchani injirtu; ammo yo wollaala irati argani inni kauma duu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoonillee, «Inni haala ufii yoo qajeelfatee jiraate rifeensi mataa isaa takkattiinillee lafa hin buutu; garuu yoo wonti hamaan irratti argame hin du'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon deebisee, «Inni nama addatamaa yoo te'u te'e, rifeensi mataa isaatuu lafa hin bu'u; hammeenni isa irratti yoo dhaggame ammoo hin du'a» jedhe.