1 Kings 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Abbaani isaa taka, atini maanifi akana tata jed'e isaa indalansimne. Inni guddo fuula mid'aaga, d'alootale Absalomuti aana.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaa hennaa lubbu'uun jiru maaf kana goota? jedhee isaan hin lolle ture; inni nama bareeda maandhaa Abeseloomiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoniyaan Abiishaalom irratti dhalate; inni guddoo dansicha; abbaan isaa Daawiti gaafa inni dhalateen jalqabee, «Maaf tana yookiin san goote?» jedhee akka malee isa xixee hin beeku.