1 Kings 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Yoabu ilma Seruyatifi qaallicha Abiatharini wolhaasaani, worrileeni dubbi isaa gula gale qarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana Iyyoo'aabii ilma Tsuuriya'aatii fi Abiyaatarii gadicha woliin mari'ate; isaanillee waan inni isaan mari'achiiseen wolii galan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoniyaan Yo'aabii ilma Zeruyaan deettee fi hayyicha Abiyaataar woliin mari'ate; isaanille isa qarqaariisaaf wolii galane.