1 Kings 10:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyitiini lafa Sheba gura Solomoni d'ageete jennaani imaltu gara Yerusalemu d'ufte, dubbi jajabdu isa gaafatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootittiin biyya Sheeba'aa akka Solomoon gurra dhagayate haga dhageette isa qoru'uuf gara Yerusaalemii dhaxxe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootittiin biyya Sheeba'aa gurra Solomooniitii fi maqaa Mootii Waan Maraa woliin tokkummaa inni qabu dhageettee, gaaffii jajjaddu'uun haga isa ilaaliisaaf, gara Yerusaalemii dhutte.