1 Kings 10:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Solomonini waan hayyitiini Sheba isa kad'ate ch'ufa kenneefi, waan inni fed'i ufitiini kenneefi male. Jennaani isiifi hojattuuni isii lafa isaaniti galani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon waan mootittii biyya Sheeba'aa kenneen alatti waan isiin kadhatte ka biraallee hin kenneef; isiinillee namoota kabajjaman ka isii woliin jiran woliin kaatee deemte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon mootittii biyya Sheeba'aatiif kennansa isi'iif kenne irratti dabalee, waan isiin halchitee isa gaafatte mara isi'iif kenne; achiin duuba isiin bookarsitoota ifii woliin gara biyya ifii deebite.