1 Kings 10:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa Solomonini worqi kilo kuma diddami sadi argate. Tana malele inni damoosa worri bunat'u isaa baasufi Tirfi bunaqatifi gibira hayyooti lafa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worqii worri gibira guuran, worri daldalan, mootonni biyya Arabaa maruu, waan bulchoonni biyya bulchan fidaniin alatti worqiin wogga wogga'aan Solomoonii fidan worqii kiiloo giraama dhibba jahaa fi jahaatamii jaha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon woggaa wogga'atti, worqii gara kiiloogiraama kuma diddamii sad dhaggataayyu.