1 Kings 10:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni wonte didiqo d'ibi d'ibba sadi mid'aase, nafa isii ch'ufa worqi kilo lamatini duuche. Duuba wonte tana ch'ufa mana inni jaare, ka Mana Badda Lebanoni jed'ani kaani, keesa naqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma kana wontee didiqqaa dhibba sadihii hojjachiisee worqii haga kiiloo lamaa itti maxxanse; kanniin maraa hulee «galma bosona Libaanosii» jedhamee waamamu keessa kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma wontee didiqqoo dhibba sad worqii irraa tunsiise; tokko tokkoon isi'iituu worqii gara kiiloogiraama lamaatiin itti gonfanteerti; mootichi wontee tana mara mana mootumma'aa, ka «Gongomaa Libaanonii» jedhamu keessa keye.