1 Kings 10:20 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sadarkaa maraa irra karaa lamaan fakiin leencaa tokko tokko wolumaagalatti fakii leencaa kudha lamatu dhaabameera; teessoon mootumma'aa ka akkanaa kun biyya biraa keessatti eessattillee hojjatamee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qaccee yaabbannoo tokko tokkootuu san irra, gara lamaaniinuu fakkiin neenqotaa tokko tokko, wolumatti fakkiin neenqotaa kudhanii lama dhaabbatteerti; barcumaan mootumma'aa ka akkasii mootummaa biyya tamii keessalle'etti hujamee hin beeku.