1 Kings 10:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Muduununi Solomoni ch'ufti ta worqiti, ammalle mihi woini sooratani ka Mana Badda Lebanoni jed'ani kaani ke jiru ch'ufa worqi ch'allaani mid'aasani. Mihi suni tokole qarsiini imid'aasine, wonti akanatiifi bara Solomoni suni qarsi womatu indarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaan mootichi Solomoon itti dhugu maruu worqii irraa hojjatame; meeshaan bosona Libaanosii keessa jiru maruu worqii irraa hojjatame malee birrii irraa hin hojjatamne; bara mooticha Solomoonii birriin gatii hin qabu ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara mooticha Solomoonii meetiin gatii guddoo waan hin qanneef, mey inni itti unuu fi mey mana mootumma'aa ka «Gongomaa Libaanonii» jedhamu keessa jiru marti, worqii qulluu irraa hujame malee, mey meetii irraa hujame tokkolle hin jiru.