1 Kings 10:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hobolo heddu, ta lafa fago hobolo Hiramu woliini yaatu, qaba. Duuba hobolooni suni, hojja ganni sadi dabru, dachaate, worqifi qarsifi ilka arbaatifi jaldeesa gaaratifi qamaleeni d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon markaba Kiraamii woliin ka garba irra deeman markabni hedduu biraa ka biyya Tarseesiillee hin jiran; isaan woggaa sadihi sadihiin worqii, birrii, ilkaan Arbaa, Qamale'ee fi Jaldeessa isaa fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon hoboloota gugurdoo daldalaa ta biyya Tarshiishii, ta hoboloota Hiiraamii woliin daldalaaf abbaayaa irra deddeebitu qabaayyu; hobolooti sun woggaa sad keessatti yennaa tokko worqii, meetii, ilka arbaa, qalame'ee fi jaldeessa isaaf fidan.