1 Kings 10:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba nami lafa keesa jiru ch'ufti guddo d'ufe qarooma Waaqi isaa kenne suni argu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni adunyaa irra jiran maruu ogummaa Rabbi Solomoonii kenne isa irraa dhagawu'uuf hawwa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti biyya lafaa duudiin, qarummaa Waaqi Solomooniif kenne dhage'iisaaf, gara isaa dhufiisa barbaadaniiyyu.