1 Kings 10:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fulla ch'ufa d'ufe ch'ufti woini d'ufeefi — waan qarsifi worqiini mid'aasanifa, woya fa, miha lola fa, qumbifa fardaafi gaangele. Waan kana ganna ch'ufa akasuma d'ufaniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni gara isaa dhufan maruu birrii, worqii'i, uffata, meeshaa lolaatii fi urgooftuu farado'oo fi gaangee heddutti fe'anii isaa fida'aa turan; waan kana maraa wogga wogga'aan godhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gara isaa dhufu marti, wogguma wogga'aan kennansa meya meeti'iitii fi worqi'ii, woyaa, meya woraanaa, uddowaa, fardo'oo fi gaangee fidaniiyyu.