1 Kings 10:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini gaari fardi hirkisu ka kuma tokofi d'ibba afuritiifi fardoole askartini yaabatu, ta kuma kud'ani lama, wolti guure. Haga toko Yerusalemuti galche, kaani dira d'ibiti gargari qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon gaarii fardaatii fi worra farda yaabbatan wolitti qabe; gaariin fardaa kuma tokkoo fi dhibba afur; worra farda yaabbatan kuma kudha lama qaba; kanniin maraa garii uf bira Yerusaalemiin, garii qachaa adda addaa keessa faca'anii akka jiraatan isaan godhe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon garreettaa fardaan harkifamuu fi fardoo wolitti qabate; inni garreettaa fardaan harkifamu kuma tokkoo fi dhibba afur, abbootii fardo'oo kuma kudha lama qabaayyu; isaan keessaa garii qachoota garreettoti fardaan harkifamanu le'anu keessa, garii addee ifii le'u Yerusaalem keessa keye.