1 Kings 10:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Yerusalemu keesa qarsiini lafa ira dabarte akuma d'akhati heregani, hind'eesale akuma mukha dambiti heregani, ka fulla ch'ufa jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
birriin Yerusaalemiin keessatti akka dhaga'aa baay'ate; baay'inni muka birbirsaallee akkuma qilxuu lafa gammoojji'iititti biqiluu ta'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara mootummaa ifii meetii akkuma dhakaa addee maratti dhaggamuu, muka hindheensaalle akkuma muki harru'uu lafa kooba jalaa keessatti bacatuu godhe.