1 Kings 10:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gati gaari fardi hirkisu ka Misiri d'ufule worrati harka qaba. Ammalle worri hayyoota Hitifi Shamu gaari fardi hirkisu iti gurgure; gaari fardi hirkisu toko qarsi d'ibba jaatiini gurgurani, farda toko qarsi d'ibbafi shantama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarii fardaa tokko birrii dhibba jahaan farda tokko garuu qarshii dhibbaa fi shantamaan biyya Misiriitii bitan; akkasuma worra Keexotaatii fi mootota biyya Sooriya'aa maraafillee hin gurguran isaanittillee gurgura'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan garreettaa fardaan harkifamu tokko tokko meetii dhibba jaan, farda tokko tokko meetii dhibba tokkoo fi shantamaan biyya Gibxi'ii keessaa bitanee fidanee, mootota Heetotaatii fi Sooriya'aatitti dabarsanee gurguraniiyyu.