1 Kings 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini ammalle sagale isaani gololchanifi. Fulla hojattuuni isaa iti galtufi aka hojattuuni isaa hojattufi woya worri naqatufi hojattu guyya jila isa gololchitufi sorio inni Mana Waaqa keesati baasule ch'ufa agarte jennaani aka male mamte afaani qabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nyaata isaa dhiyaatu, akkaataa ijoolleen isaa itti teettu, akkaataa hojjattonni isaa itti hojjatanii fi itti uffatan, worra daadhii buusuu fi ciincaa inni mana woyyuu keessatti Rabbii dhiyeessu haga argite wonti argite maruu haga dhageettee ol itti ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sagalee qorii isaa, akka qondaaltoti isaa itti teettu, akka itti tajaajiltooti isaa woyaa uffattu, worra waan unanu isaaf dhikeessuu fi ciincaa inni Galma Mootii Waan Maraa keessatti dhikeesse yennaa dhaggite, guddoo maadeffatte.