1 Kings 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle wonti anini d'agaye diqo, qaroomafi duroomi kanke haga anini d'agaye ch'ufa guddo ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani haga ija kiyyaan argutti hin amanne; worri waan kee natti hime wodhakkama waan kanaallee natti hin himne; hujiin keetii fi ogummaan kee ka waan kee dhagaye caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo haga as dhufee ila tiyyaan dhaggutti, waan natti himane mara hin dhugeeffanneeyyu; dhugumaan gamisa isi'iituu natti hin hinne; ati ta ani dhage'e caalaa, qarumma'aa fi durummaa guddoo qadda.