1 Kings 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo taatule anini haga atini jirtu woma si intolchu, maro abba kanke Dauditifi; ammo gaafa ilmi kanke hayyu tahu wo si tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu bara ilma keetii keessatti diiga malee sababaa abbaa keetiitiif jedhee bara kee keessatti hin diigu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, ani bara ilma keetii keessa mootummaa teeti isa irraa fuudha malee, abbaa keeti Daawitiif jedhee, bara jiruu teetii keessa tana hin godhu.