1 Kings 11:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini finna lafa ch'ufa isa iraa infuud'u; ammo gosa toko illakisafi, maro hojattu tiyya Dauditifi maro Yerusalemu ka anini dira kiyya tolfad'eefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu waan garbicha kiyya Daawitiitii fi waan qachaa Yerusaalemii ta filadheetiif jedhee ilma keetii gosa tokko kenna malee mootummaa isaa mara hin diigu.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaa kiyya Daawitii fi qachaa Yerusaalemii ka filadheef jedhee, gosa tokko ilma keetiif hin kenna malee, mootummaa san guutumatti ilma keeti irraa hin fudhadhu» jedhe.