1 Kings 11:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri gaafa Daudini lafa Edomu had'e dabsate, namichi gudda askarti isaa ka Yoabu jed'ani achi nama awaalu d'aqe, isaafi jari isaa lafa Edomu keesa jia jaa taani. Duuba worri gaafasi nama d'iira ka Edomu keesa jiru,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'eliitii fi worri Iyyoo'aabii maruu ijoollee dhiiraa ta gosa Edoomiyaasii ajjeesanii haga fixanitti ji'a jahaa waan achi taa'aniif, hennaa Daawiti biyya Edoomiyaasii jiru hennaa bulchaan loltootaa Iyyoo'aab worra woraanaan du'an awwaalu'uuf baye, hennaa ijoollee dhiiraa ta Edoomiyaasii ajjeese,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti worra Edoomii lolee biyya isaanii yennaa qabate, ajajaan loltoota isaa Yo'aab, Israa'eloota du'ane awwaaliisaaf ol bayee, dhiira Edoom keessa jirtu mara ijjeese.