1 Kings 11:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri baqate sunini Midiani bahe, Parani d'ufe, achiti nami d'ibiini worrati d'ufe woliini taani. Jennaani lafa Misiri d'aqani, fulla hayyu d'ufani, hayyuuni suni lafafi manafi sagalele Hadadii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Miidiyaamii ka'anii gara biyya Faaraanii dhufanii namoonni hagoon isaanitti eda'aman; achiin maayessa biyya Misirii mooticha bira dhaqan; mootichillee Haadaadiif lafa irra jiraatu kenneefii waan nyaatullee hin eeyyameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan biyya Miidiyaanii irraa ka'anee, biyya gara biyya Phaara'aa dhaqane; achiin duuba biyya Phaara'aa keessaa namoota fudhatanee, gara Fara'oonii mooticha Gibxi'ii dhaqane; mootichille mana, sagale'ee fi lafa Hadaadiif kenne.