1 Kings 11:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ato AABBO Waaqi worra Israelitini, nad'eeni gosa d'ibi infuud'ina, isiini hegeri qalbi teesani garagalchite Waaqa d'ibi gula isani deebifti jed'u, nad'eeni suni fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra Israa'eliitiin armaan dura «Waaqa isaanii hin waaqeffatinaa'a, waan isaan onnee keessan akka Waaqa isaanii waaqeffattan taasisaniif isaan irraa hin fuudhinaa'a; isinillee isaanitti hin heerumsiisinaa'a» isaaniin jedhe; Solomoon garuu jaalalaan isaanitti siiqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'eliitiin, «Durra gosa biyya adda addaa yoo fuutane, isaan dhugumaan gadhaa keessan gara waaqota ifii waan deebisanuuf, durra teessan ilmaan isaanii hin heerumsiisina'a; ilmaan teessanille durra isaanii hin fuusisina'a» jedhee itti seereeraayyu; Solomoon ammoo, guddoo isaan jaalate.