1 Kings 11:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hadadini aka Daudifi, namichi gudda askarti ka Yoabu jed'ani kaani duani d'agaye jennaani, waan hayyuuni jed'e, lafa tiyyati galu fed'a, na gad'iisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haadaadi uduu biyya Misirii keessa jiru akka mootichi Daawitiif akka Iyyoo'aab bulchaan ajajaa loltootaa du'e haga dhagaye, Haadaadi Fari'ooniin, «Gara biyya kiyyaa deemaa na geegessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hadaad adoo biyya Gibxi'ii jiruu, mootichi Daawiti akka du'e, ajajaan loltoota isaa Yo'aabille akka du'e yennaa dhage'e, mooticha Gibxi'iitiin, «Gara biyya tiyyaa akka deebi'u, naaf eeyyam» jedhee gaafate.