1 Kings 11:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gudda goli shifta tahe. (Wonti kunini gaafa Daudini Hadadezeri dabsate goli isaa ta lafa Shamu ch'ufa fit'e taate.) Rezonifi jari isaa yaani dira Damaski qubatani, achiti jari isaa suni hayyu shamu isa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bulchaa saamtotaa ta'e; wonti kun haga Daawiti mootichi Adi'aazariin mooyatee worra Sooriya'aa ka lolaan isa gargaaran fixeen maayessa ta'e; Reezoonii fi worri isa woliin jiran gara biyya Damaasqo'oo deeman uduma achi jiraatan Reezoon mootii biyya Sooriya'aa akka ta'u taasisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Daawiti loltoota Zoba'aa fixe, Rezon namoota wolitti qabatee, sooressaa finqiltootaa te'e; inni namoota ifii woliin Damaasqoo dhaqee qubate; isaanille achitti mootii isa godhatane.